Épisodes

  • #79 Talking about visas (Med) - #79 Visa irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii)
    Feb 5 2025
    Learn how to talk about your visa status. - Dhimma Visa irraa dubbachuun afaanis achuumaan ni baratama.
    Voir plus Voir moins
    15 min
  • Are you breaching copyright when using social media? - Yeroo saba himaalee (social media) fayyadamtan mirga abbummaa(copy right) cabsaa jirtuu?
    Feb 5 2025
    Have you ever shared someone else’s video or music on social media without their permission? Chances are you were infringing their copyright. Understanding how copyright is applied will help you avoid awkward situations and potentially serious consequences. - Video ykn muuziqaa kan nama biroo hayyama abbichaa malee sabaa himaalee irratti namoota kaaniif qooddee beektaa? Kun seera mirga abbummaa (copy right) cabsuu jedhama. Akkaataa mirgi abbummaa itti hojjii irra oolu hubachuun haalawwan rakkoo sitti fiduu danda'anii fi itti baha hin malle irraa akka baraaramtu si gargaara.
    Voir plus Voir moins
    12 min
  • #78 Talking about holidays (Med) - #78 Waa'ee yeroo boqonnaa irraa dubbachuu(Med)
    Jan 29 2025
    Learn how to talk about recent holiday or trip. - Dhiheenya kana bakka bashannanaa ykn boqonnaaf deemtan taha. Mee waa'ee isaa irraa waliin dubbachuun wal irraa baradhaa.
    Voir plus Voir moins
    14 min
  • Understanding shared housing in Australia - Australia keessatti mana jireenyaa waliinii hubachuu
    Jan 29 2025
    Shared housing is becoming increasingly popular in Australia, as more people look to reduce rental costs. So, what key factors should you consider when searching for shared accommodation, and how can you avoid potential scams? - Australia keessatti namoonni baay’een baasii kiraa manaa qusachuuf mana tokko namoota biroo waliin qooddachuu waan barbaadaniif manneen waliinii jireenyaa(shared housing) hedduu jaallatamaa dha. Kanaafuu, akkamittiin gowwomsaa(scam) wanneen tahanii akka of irraa ittistu dabalee, mana waliin jireenyaa yeroo murteeffattu wanneen ilaaluu qbdutu jiran.
    Voir plus Voir moins
    10 min
  • Guyyaa Eebbaa Ijoollee Oromoof addatti qopheessuun maatii fi ijoolleef bu'aa qaba - obbo Aliyyee Galatoo
    Jan 22 2025
    Guyyaan Eebbaa (graduation day) Ijoollee Oromoof addatti hawaasa keessatti qopheessuun maatii fi ijoolleef bu'aa qaba - obbo Aliyyee Galatoo.
    Voir plus Voir moins
    11 min
  • What does January 26 mean to Indigenous Australians? - Abboottii Dachee Australiatiif Amajjii 26 jechuun maali?
    Jan 22 2025
    In Australia, January 26 is the national day, but the date is contentious. Many migrants who are new to Australia want to celebrate their new home, but it’s important to understand the full story behind the day. - Australia keessatti, Amajjiin 26 guyyaa biyyaalessaa ti, gruu guyyaan kun wal falmisiisaa dha. Godaantoti hedduun Australiatiif haaraa tahan Guyyaa biyya isaanii haaraa kana kabajatuu barbaadu garuu Guyyaa kana duubaan seenaa jiru guutummaatti hubachuun barabaachisaa dha.
    Voir plus Voir moins
    9 min
  • #77 Setting up a tent (Med) - #77 Bakka bashannanaatti dahoo ijaarrachuu(giddu-gala afaanii)
    Jan 15 2025
    Learn how talk about setting up a tent. - Bakka bashannanaatti namootni dahoo(Tent) ijaarratu. Asi irratti waa'ee dahoo kanaa waliin dubbachuun afaan akka wal irraa baratamu hubattu.
    Voir plus Voir moins
    15 min
  • Are you in need of crisis accommodation? - Mana Jireenyaa hatattamaaf barbaaddaa?
    Jan 15 2025
    If you are homeless or at risk of becoming homeless it can be difficult knowing who to ask for a safe place to go. You don’t have to feel isolated, and there is no shame in asking for help. There are services that can point you to crisis accommodation and support, wherever you are. - Yoo man-dhabilee taatee jirta tahe ykn man-dhabilee tahuuf jirta tahe bakka siif tahu turtu eenyuun akka gaafattu beekuu dhabuun si rakkisuu danda’a. Qofummaan sitti dhagahamuu hin qabu, gargaarsa gaafachuunis qaanii miti. Yeroo mana hatattamaaf (crisis accommodation) si mudatu bakka kami illee yoo jiraatte Australia keessa gargaarsa ni jira.
    Voir plus Voir moins
    14 min